Tiraasey A. Jaakobsoon fi Kantiibaa Magaalaa Adaamaa

Adooless  18,2014  Itiyoophiyaatti Ambaassaaddarri AmeerikaaTiraasey A. Jaakobsoon fi Kantiibaa Magaalaa Adaamaa obbo Hayiluu Jaldee Hojiilee gama Misoomaa, Carraa hojii uumuufi nageenya akka magaalichaatti hojjatamaa jiran irratti waliin mari’atan.Magaalaa Adaamaa  Bareedduu  arguu kiyyatti gammadeera kan jedhan Itiyoophiyaatti Ambaaserri Amerikaa Tiraasey A. Jaakobson.Hojiiwwan Ismaarti Adaamaa dabalatee akka Magaalaa Adaamatti hojjiiwwan hojjatamanis kan deeggaran tahus dubbatan Ambasaadder Tiraasey A. Jaakobson.

Ambasaadder Tiraasey A. Jaakobson Hospitaalaa Eegumsa Fayyaa Oromiyaatti Jidduu gala Labraatoorii Riferaalaa Qo’annoo fi Qorannoo Fayyaa Hawaasaa Adaamaas dawwataniiru.

Leave a Reply