Sosochii Nageenya Tiraafikaa

Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti Torbeen Sosochii Nageenya Tiraafikaa bakka keessummoonni naannoo fi magaalichaa argamanitti sirnoota gara garaatiin kabajame.Hogganaan Ejensii Geejjiba Oromiyaa Obbo Jamaal Kadiir sagantaan kun jala bultiirraa kaasee lubbuu balaa tiraafikaatiin darbe dungoo ibsuun yaadachuun ofeeggannoon konkolaachisuun, deemsa miilaa fi bishkiliitii amaleeffachuun balaa konkolaataa qaqqabu hambisuuf qaamni hundi gaheesaa akka bahatu dhaamiiru.

Leave a Reply