Sirna Simannaa Geeba Hidha Haaromsaa.

Sirni simannaa geeba hidha haaromsaa Itoophiyaa Naannoo Oromiyaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa jira. Akka naannoo Oromiyaatti qarshii miliyoona 600 sassaabuuf karoorfamee geebni kun godinaalee Oromiyaa hunda keessa naanna’uun hirmaannaan hawaasaa kan itti mul’atu ta’uus ibsameera.

Leave a Reply