Sirni Jalqabbii sagantaa Ashaaraa Magariisaa marsaa 4ffaa Magaalaa Finfinnee Giddugala Biqiltuuwwanii Guullalleetti gaggeeffameSaganticharratti Muummeen Ministiraa FDRI Dr Abiy Ahimad, Ittaanaa Muummee Ministiraafi Ministira Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin, Ministiroota, Kantiibaawwan Bulchiinsa Magaalotaa, Preezdaantonni naannolee, Atileetonnifi keessummoonni biroon argamaniiru.Bara kana akka biyyoolessaatti biqiltuu biliyoona 6 dhaabuuf karoorfameera. Qaama ashaaraa magariisaa ta’uun gahee keenya haa
Sirna Jalqabbii sagantaa Ashaaraa Magariisaa marsaa 4ffaa
- Post published:June 22, 2022