Sirna Afxiraa

Sirni Afxiraa Kutaa Magaalaa Dambalaatti sirni lulluuqqii(Afxira) daandirraa harka qalleeyyiif bakka Imaamonni adda addaa fi hoggansi kutaa magaalichaa argamanitti qophaa’eera.Hoji Raawwachiisaa Olaanaan Kutaa Magaalaa Dambalaa Obbo Soorechaa Asfaaw ummanni keenya aadaa yeroo ayyaanaa walbira dhaabachuu qabu guddisuun humna qabuun harka qalleeyyii ollaa isaatti hagabuu bulu yaadachuu akka qabu dhaamaniiru.

Leave a Reply