Sagantaa Badhaasa Sassaabbii Galii Hidha Haaromsaa.

Baga gammaddan…!!

Magaalaan Adaamaa hidha haaromsaa guddicha laga Abbayyaaf bara 2013 qarshii mil.12,396 sassaabuun badhaafamaa kabajaa ta’eera. Kantiibaan Bulchiinsa magaalaa Adaamaa Obbo Hayiluu jaldee hirmaannaa hawaasa keenyaa milkaa’ina hidha haaromsaaf gumaacha taasisaniif galateeffachuun marsaa itti aanuufis qarshii mil. 20.4 sassaabuuf kutannoon kan hojjetamuudha.

Leave a Reply