Hoggansi magaalaa Adaamaa keessummoota naannoorraa dhufanii fi hawaasa magaalichaa hirmaachisuun piroojektoota bara 2014 kutaalee magaalaa Abbaa Gadaa, Luugoo, fi Boolee keessatti hojjetamanii xumuraman eebbisuun tajaajila hawaasaaf banaa taasisaa oolaniiru.Badhaadhina waloof hojjenna!
Oolmaa Eebbaa.
- Post published:July 4, 2022