Muxannoo Adaamaa

Sagantaan muuxannoo waljijjiirraa magaalota Oromiyaa magaalaa Adaamaatti jalqabameera.Sad. I/A Pirezidaantiitti Qindeessaa kilaastara Magaalotaa Obbo Addisuu Araggaa Magaalaan carraa hojii uumuu, teeknooloojii ceesisuu, kenna tajaajila fi kalaqaan ibsama waan ta’eef magaalaan Adaamaa maal akka qabduu fi fakkeenyummaa qabdu magaalota naannoo keenyaaf muuxannoo qabdu dabarsuuf sagantaan kun qophaa’e jedhaniiru.

Siistama Oss fi Weebpoortaaliin Magaalaa Adaamaa Garee Ismaart Siitiin Yeroo ibsi itti Kennamu.

Leave a Reply