Marii Qaamolee Gara Garaa Waliin Taasifame.

Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti haala yeroo irratti abbootii Gadaa, aadholii Siinqee ,Abbootii Amantaa ,Jaarsolii biyyaa fi namoota bebbeekkamoo waliin mata-duree ”Hirmaannaa Kallattii Badhaadhina Hunda-Galeessaaf” jedhuun mariin gaggeeffameera.

Leave a Reply