Kenna Tajaajilaa

Taaski foorsiin “Tiraanisfoormeeshinii kenna tajaajila mootummaa” magaalaa hundaa’e hojii hanga ammaa gamaggamuun hojiitti galeera. I/A Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Obbo Mohaammad Guyyee taaski foorsiin kun Iddoo hojii mijataa uumuu, naamusa gaariin tajaajiluu, rakkoo hawaasaa hiikuu, fi alnaamusummaa tajaajilaan walqabaturratti tatarkaanfii fudhachuun kenna tajaajaa ammayyaa’e lafa qabsiisuun fayaydamummaa umamta keenyaaf gahee itti kenname bahuu akka qabus dhaamaniiru.

120Nuurituu Warra Boruu Duubee and 119 others5 Comments8 SharesLikeCommentShare

Leave a Reply