Duula Talaalii Pooliyoo…

Duulli talaallii Pooliyoo marsaa 2ffaa Ebla 7-10, bara 2014tti kennamu ifatti eegaleera. Talaallichi manaa manatti kennama waan ta’eef gareen 107 daa’imman 93779 talaalchisuuf bobba’aniiru.I/G Waajjira Eegumsa Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Sir. Samiiraa Mohaammad Talaalliin Pooliyoo dhibee daa’imman laamshessuun miidhaa qaamaa fi du’aatiif saaxilurraa baraaruuf ta’uu ibsanii daa’imman umriin isaanii waggaa 5 gadi ta’e hundi talaallii kana akka fudhatanii fi maatiin akkasumas qaamni dhimmi ilaalu gaheesaa akka bahatu dhaamaniiru.

Leave a Reply