Duula Biqiltu Dhaabu Ministeerotan Gaggeefame.

Jilli Ministeera Aadaaf Turizimii Ambaasaaddar Naasisee Caaliitiin durfamu ganama har’aa magaalaa Adaamaa Addabaabayii Waaqoo Guutuurra biqiltuu dhaabaniiru.

Leave a Reply