Bulchiinsi magaalaa Adaamaa duula ashaaraa magariisaa har’a gaggeessaa ooleen biqiltuu guyyaa tokkotti biqiltuu 1,661671 dhaabuuf karoorfatee biqiltuu gosa adda addaa 2,244,383 dhaabuu danda’eera. Kunis dhibbentaa %135 milkaa’eera jechuudha. Yoo tokkoomne hunda injifanna!baga gammaddan!
Duula Ashaaraa Magariisaa
- Post published:July 21, 2022