Daawwannaa Piroojektii

Koreen Piroojektii magaalaa Adaamaa sochii piroojektoota buleeyyii fi haaraa bara kanaaf qabamanii hojjetamaa jiran daawwate.I/A Kantiibaa fi Walitti Qabaan Koree Piroojektii Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Obbo Mohaammad Guyyee bara kana piroojektoota 89 hojjetamaa jiran keessaa piroojektoonni 44 xumuramanii tajaajilaaf banaa ta’uu ibsanii daawwannaan guyyaa har’aas piroojektoota hafan sadarkaa irra jiran hubachuun yeroo kaa’ameef keessatti akka xummuraman deeggarsa taasisuuf ta’uu dubbataniiru

Leave a Reply