Daawwannaa Muumich Ministeera Etoophiyaa Godina Jimmaa Aaanaa Geeraa

Fincaa’an Saqqaa, bosonnii aanaalee Geeraafi Shabee Somboo Jila Ministira Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimadiin durfamuun daawwatame.Godina Jimmaatti hawwatoota tuurizimii argaman keessaa,guyyaa har’aa Fincaa’a Saqqaa dabalatee, bosonni Aanaalee Geeraa fi Shabee Somboo keessatti argaman Jila Ministira Muummee Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimadiin durfamuun daawwatameera.Godinni Jimmaa qabeenya uumamaa adda addaa kanneen akka Fincaa’a, Bosona, Gaarreenii fi kanneen birootiin kan badhaatedha. Guyyaa har’aa hawwatoota Godina Jimmaa keessaa Fincaa’a Saqqaa dabalatee, bosonni Aanaalee Geeraa fi Shabee Somboo Jila Ministira Muummee Dr.Abiyyi Ahimadiin durfameen daawwatameera.OBN

Leave a Reply