Muumich Ministeeraa Dr Abiyi Ahmad Anga’oota Siyaasaa Sadarkaa Ol’aanoo Waliin Magaalaa Guddittii Naannoo Sumaalee Jigjigaa yeree Gahanitti Perezdaantii MNS Obbo Mustafee Umariin Simannaan Godhameefii jira.Kaayyoon Doow’ii kanaa Iddowwan Naannoo Sumaaleetti Hoongeedhaan Hubaman Dandamachiisuuf Jedhame.



