Muudama Seektarootaa fi Kutaa Magaalotaa Magaalaa Adaamaa

  • Post last modified:January 31, 2022

Koreen qindeessituu magaalaa Adaamaa muudama seektarootaa fi kutaa magaalotaa ifoomse. Muudamtootaaf Oranteeshinii fI kallattiin hojiis kennameera.Haaluma kanaan: 1. Zarfuu Asfaaw... Ho/Ga/Ol/Ma/Qoph. 2. Bariisoo Doorii... It/Ga/Wa/Kantiibaa 3.Qananii Huseen...It/G/W/Dh/Ho/Hawaasu. 4. Aadam Fatoo…

Kenna Tajaajilaa

  • Post last modified:January 28, 2022

Taaski foorsiin "Tiraanisfoormeeshinii kenna tajaajila mootummaa" magaalaa hundaa'e hojii hanga ammaa gamaggamuun hojiitti galeera. I/A Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Obbo Mohaammad Guyyee taaski foorsiin kun Iddoo hojii mijataa uumuu, naamusa…