Beekkamti fi Imala Magaalaa Qaraoomtuu(smart City) Adaamaa.

Gaafa Guyyaa 15/09/2014 Hoteela Riizoortii Hayileetti Sadarkaa Federaalaa fi Naannootti Proojeektii Magaalaa Qaroomtuu Adaamaa (adama smart City) Irratti Mariin Taasifame Jira.

Leave a Reply