RIP

  • Post last modified:November 7, 2022

Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa Boqachuu Artiist Dr. Alii Birraatiin gadda guddaa itti dhagahame ibse.Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Obbo Hayiluu Jaldee Artiist Dr. Alii Birraa qabsoo ummata Oromoo fi Aartii ummata keenyaa…

Sosochii Nageenya Tiraafikaa

  • Post last modified:November 7, 2022

Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti Torbeen Sosochii Nageenya Tiraafikaa bakka keessummoonni naannoo fi magaalichaa argamanitti sirnoota gara garaatiin kabajame.Hogganaan Ejensii Geejjiba Oromiyaa Obbo Jamaal Kadiir sagantaan kun jala bultiirraa kaasee lubbuu balaa…

Smart Adama

  • Post last modified:November 7, 2022

Smart Adama Hoggansi jijjiiramaa harka tokkoon diina qolachaa harka tokkoon hojiilee misoomaa fayyadamummaa ummata bal'aa mirkaneessan, akkasumas, cehumsa biyya keenyaa saffisiisan hedduu hojjeteera. Kanneen keessaa hojiin tajaajila seektaroota magaalaa irraa…