“Adama city Planning and Economic Development Mayor Messages:-
Welcome to Adama City Planning and Economic Development and thank you for visiting our Pages ”
Linda Richards
Planning and Economic Development Mission,vision core Values
mission
Bara 2022tti Godina ShawaaLixaa akka biyyaatti fakkii badhaadhinaa taate arguu dha. Hojiirra oolmaa imaammattootaa fi tarsiimoowwan misoomaa fi bulchiinsa gaarii gahumsaan
Vision
Hojiirra oolmaa imaammattootaa fi tarsiimoowwan misoomaa fi bulchiinsa gaarii gahumsaan hordofuu, deeggaruu fi raawwachiisuun ummata godinnichaa fayyadamaa taasiisuudha.
Core Values
Waajjirri Bulchiinsaa fakkii Godina Shawaa Lixaakan ibsuu fi iddoo guddaa kan qabu waan ta’eef hojii isaa gaggeessuu keessatti duudhaalee gurguddoon fakkii kana ni ibsu jedhama.
We would love to welcome you to our Adama City Planning and Economic Development Office.