Slide 1
26/12/2014
Hoggansi Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa raawwii hojiilee ji'oottan lamaa gamaggamee kallattii itti aanu kaawwateera.
Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Obbo Hayiluu Jaldee hoggansi magaalaa keenyaa injifannoo bara darbeetiin boonuu keessaa baanee hojii bara kanaarratti xiyyeeffachuun hojiitti galuu akka qaban dhaamanii karooraan hogganamuu, waan karoorsan duguuganii raawwachuu, yaadama "smart Adama" milkeessuu, fi waliigala raawwii magaalaatiin maalirra akka jirru karoora kaa'ame waliin maalirra akka jirru gamaggamuun duubdeebii kennaniiru.
Image is not available
Slide 1

Image is not available

Abbaan Taayitaa Konstiraakshinii Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa qajeelfama haaraa carraa hojii uumuu lakk.5/2014 bahe fi qorannoo fi qophii diizaayinii irratti qooda fudhattootaaf leenjii hubannoo kenneera.

Slide 1

12/01/2015
Manni Maree Magaalaa Adaamaa manneen maree #gandootaa fakkeenyummaa qabaniif beekkamtii kennuun karoora bara 2015 irratti mari'ataniiru.
Slide 1
Baga Geessan...!
Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Obbo Hayiluu Jaldee ummata magaalaa fi biyya keenyaa hundaan baga bacaqii gannaa baanee booqaa birraa geenye jedhaniiru.
Barri haaraan kan waadaawwan tajaajiltummaa, tola ooltummaa, omishtummaa, nageenyaa, fi tokkummaadhaaf galle ummata hirmaachisuun kan itti milkeessinu akka ta'u hawwaniiru.
Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa hojiilee bara darbe sadarkaa naannootti "presidential award" ittiin argate dachaan itti milkeessinu waan ta'eef ummanni magaalaa keenyaa mootummaadhaan walitti siquun hirmaannaa hunda galeessa gama nageenyaa fi misooma magaalaa fi biyya keenyaa keessatti gahee qabnu akka baanu waamicha dabarsaniiru.
Barri bara nagaa fi milkii nuuf haa ta'u!!
Slide 1
Hubannoon Walii Galaa Smart Adaama fi Dijitaal Adaamaa irratti hoggantoota fi hojjattoo Bul/M/Adaamtii Kenname.
Slide 1
Hubannoon Walii Galaa Smart Adaama fi Dijitaal Adaamaa irratti hoggantoota fi hojjattoo Bul/M/Adaamtii Kenname.
Slide 1
Torbee Jila Aadaa
Slide 1






Ka'umsa Fiigicha
Sosochii Ni Gahaa (No More)
Atleetot Dhiiraa
Slide 1
26/12/2014
Xumura Marii ummataa...
####//###
Mariin bakka bu'oonni ummata magaalaa Adaamaa caffee fi paarlaamaa ummataa sadarkaa sadarkaan gaggeeffamaa ture guyyaa har'aa waltajjii hawaasa kutaa magaalaa Boolee fi Dambalaa waliin gaggeeffameen xumurameera.
Af Yaa'iin Mana Maree Magaalaa Adaamaa Aadde Hinseenee Mohaammad Aangoo mana maree fi mirga ummataa giddu galeessa godhachuun miseensonni #caffee fi #paarlaamaa hawaasa isaan filate waliin rakkoolee bulchiinsa gaarii, mirgaa fi fayyadamummaa ummata bal'aa, akkasumas, waliin gahiinsa bu'uuraalee misoomaarratti mariin taasifame milkaa'aa ture jedhaniiru.
Slide 1

Baniinsa Sagantaa Fiigicha Simannaa Daayispooraa Dhaadannoo Ni Gaha (No More) Aanga'ootni Mootummaa Sadarkaa Adda addaa argamaniiru.

Slide 1

Sagantaa Fiigicha Simanaa Diyaaspooraa

Slide 1
Sagantaa Muuxannoo Wal jijjiirraa Magaalota Oromiyaa
Magaala Adaamatti.
Slide 1
Milkoofnee jirra; baay'ee Galatoomaa!!!
(Kab. Obbo Hayiluu Jaldee, Kantiibaa Bul/Mag/Adaamaa)
"Oromoon Bahaaf Dhihaa, Kaabaaf Kibbaa safuu, duudhaa fi jaalala eenyuyyuu hin qabne mul'isuun addunyaa ajaa'ibsiisee fi Irreechi #doloolloo Biddeenaa fi #Horsadee nagaan akka xumuramuuf qaamoleen nageenyaa, ummanni finfinnee, ummanni Bishooftuu fi sabaaf sablammoonni hirmaattonni ayyaana irreechaa gahee olaanaa waan qabdaniif guddaa galatoomaa; baga gammaddan" jechuun ergaa galateeffannaa dabarsaniiru.
Slide 1
Waliigaltee Sagantaa Jalaqabbii 5G Ethio Telecom Fi Bul/Mag/Adaamaa Gidduutti Raawwate.

About Adama

About Adama City Population statics

500000 +
TOTAL MALE POPULATION​
45000
TOTAL FEMALE POPULATION​
TOTAL POPULATION​

Adama City Mission,vision and core values

mission

Adama city administration’s mission are creating resilient & suitable city for residence, making the city the hub of investments, trade, industry commercial & conference/tourism.

Vision

Upon its unleashed potential for the future development, Adama city is envisioned to be the center of flourishing industry, trade, finance, tourism, conference & residence by 2025 & beyond.

Core Values

Excellence, teamwork, and innovation; open and continuous communications; diversity, integrity, and humor; a helpful, courteous, and positive attitude.

About Adama City

The stretched railway from Djibouti to Addis
Ababa was the main attributes for the establishment of the city. Adama is one
of the major towns came into being with the introduction of the Addis
Ababa-Djibouti railway line. Adama was establishedin 1916 at a distance of 99 kilometers
southeast of Finfinne (Addis Ababa) in the Great Rift Valley of East Africa.

 

Since its establishment, Adama is serving as the administrative, commercial, manufacturing & educational hub in the region & served as a distribution center for the surrounding areas as a lively city. 

According to the information gathered from Adama city land management & development agency, Adama stretches astronomically from 8 0 33 11 to 8 0 36 11 north latitude &39 0 11 1 57 11– 39 0 21 1 15 11 longitudes.

Top Tourism place

The best place of tourism in Adama city

Adama city Resorts

Adama city resort , haile resorts,firanko resorts is a brand of naturally-carbonated bottled mineral water, sourced from the springs in Ambo Senkele.

Adama Industrial Park

Ecotourism, as a niche tourism market, is considered to be one of the fastest growing segments of tourism industry.

Review Your Case

Proin quam. Etiam ultrices. Suspendisse in justo eu magna luctus suscipit. Sed lectus. Integer euismod lacus luctus magna.

Adama City Administration Mayors

Slide 2

Ob. Hayluu Jaldee

Kantiibaa Magaalaa Adaamaa Yeroo Ammaa

Slide 1

Daawwaannaa Proojeektota
Magaalaa Adaamaa

Muddee 24 Bara 2022

Slide 1

Daawwaannaa Proojeektota
Magaalaa Adaamaa

Muddee 24 Bara 2022

kantiibaa
Slide

Daawwannaa Piroojeektota Magaalaa Adaamaa

Daawwannaa proojeektota magaala Adaamaa
Muddee bara2022

Our Selected Services

if you want to get selected services

Online Complain

Electronic Selling

Email Services

Adama City Administration Offices

Vector flat public building icon. Administrative city building isolated on white background. Illustration of government architecture house design, exterior city hall

Mayor Office

Mayors typically run their city or town’s day-to-day administration and work with the legislative body to enact laws. They preside over council meetings, provide leadership, receive input from constituents and make business decisions for their municipality.

Public service office

Transparency, efficiency and accountability form core outcomes expected for the public service sector of Ethiopia since the implementation of the Civil Service Programme a few years ago.

Construction office

Supervision of construction projects to ensure compliance with specifications, agreed quality standards and planned work schedules.

Water supply & sewerage office

Water Supply and sewerage office of adama city is found in Aba Geda woreda the former name of marbati hiale. Near Ethiotelecom.

Agricultural devt. office

Adama City Agricultural development office found in around Bole worwa office manager. Supply water for adama city for 24/7 Days

Women & children affairs office

Adama City Women and Children affairs office found in Aba Geda Woreda.  Adama City Womewn and Children office protect women.

[caldera_form id="CF619a477dbe491"]